\v 22 Garuu, yoon foon keessa jiraadhe, inni anaaf hojii bu’a qabeessa. Isa kan filadhu? Hin beeku. \v 23 Lamaan isaa gidduutti jabeessee danqamee waan jiruuf. Hawwiin koo irraa adda ba’ee Kiristoosii wajjin ta’uudha, isa baay’ee caalu sana, \v 24 Amma iyyuu immoo, foon keessa turuun caalaatti isiniif jecha barbaachisaadha.