Thu Nov 03 2022 11:23:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-11-03 11:23:12 +03:00
parent badf77e615
commit fb92880313
5 changed files with 8 additions and 2 deletions

View File

@ -1 +1 @@
\v 12 \v 13 12 Kanaaf, michoota ko, akkuma yeroo hundumaa abboomamtan, bakka ani jirutti qofaa utuu hin tain, caalaatti bakka ani hin jirretti, fayyina dhuunfaa keessanii soada fi rommaan hojjedhaa. 13 Waaqayyootu isin gidduutti hojjechaa kan jiru, akka fedhaa fi gammachuu isaa isa gaariitti.
\v 12 Kanaaf, michoota ko, akkuma yeroo hundumaa abboomamtan, bakka ani jirutti qofaa utuu hin tain, caalaatti bakka ani hin jirretti, fayyina dhuunfaa keessanii soada fi rommaan hojjedhaa. \v 13 Waaqayyootu isin gidduutti hojjechaa kan jiru, akka fedhaa fi gammachuu isaa isa gaariitti.

1
02/14.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 14 Waan hundumaa falmii yookaan guungummii malee hojjedhaa \v 15 Akka warra mudaa hin qabnee fi qulqulloota taataniif, dhaloota jallaa fi mancaaaa gidduutti ijoollee Waaqayyoo warra hin komatamne taaa. Isa ittiin biyya lafaa keessatti ibsitan. \v 16 Dubbuu jiraanyaa qabadhaa, guyyaa Kiristoositti akkan akkasumaan hin fiiginiif yookaan akkasumaan hin dadhabiniif akka of jajutti.

1
02/17.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 17 Yoodhuman akka kennaa aarsaatti dhangalaaaa jiraadhee illee, amantii keessaniif jedhee, hunduma keessanii wajjin nan gammada. \v 18 Haaluma wal fakkaataan, isinis anaa wajjin gammaduutu isin irra jira.

1
02/19.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 19 \v 21 19 Garuu, dhiyootti akkan Ximotewosiin siif ergu Yesuusitti abdiin qaba; akkasuma yeroon waantota waaee kee hubadhus, akkan jajjabaadhuuf. 20 \v 20 Ani nama akka isaatii hin qabu, nama dhugaatti isiniif yaadu. 21 Hundumtuu waan fedhii ofii isaatii yaada malee, waaee Yesuus Kiristoos miti.

View File

@ -51,6 +51,9 @@
"02-01",
"02-03",
"02-05",
"02-09"
"02-09",
"02-12",
"02-14",
"02-17"
]
}