Thu Nov 03 2022 11:45:11 GMT+0300 (E. Africa Standard Time)

This commit is contained in:
tsDesktop 2022-11-03 11:45:11 +03:00
parent e80550f5f0
commit 5f343dbe85
4 changed files with 7 additions and 1 deletions

1
04/14.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 14 Haa tau malee, isin yeroo dhiphina koo keessatti gaarii anaaf qooddani. \v 15 Isin warri Filiphiiiyus beektu, jalqaba wangeelaatti, yeroon Maqadooniyaatii adeeme, isiniin alatti waldaan kiristsiynaa kennuuttis fudhachuutti ana deggerte hin hin turre. \v 16 Yeroon Tasalooniqee ture, waan ana barbaachisu isa duraa caalaa anaaf ergitaniittu. \v 17 Ani gargaarsa hin fedhu. Qooda isaa, ija isa gatii keessan ol guddisun barbaada.

1
04/18.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1 @@
\v 18 Ani waan hundumaa guutummaatti fudhadheera. Sirriitti anaaf kennameera, amma Ephafiroodisxoos harkaa waantota isin anaaf ergitan fudhadheera. Isaan foonii urgaa munyaaadha, aarsaa isa fudhatamaa fi Waaqayyoonnis gammachiisu. \v 19 Waaqayyoon koo, fedha keessan, Kiristoos Yesuus keessaan akka ulfina badhaadhumaa isaatti isiniif ni kenna. \v 20 Amma, Waaqayyoo fi abbaa keenyaaf ulfinni baraa hanga baraatti haa tau. Ameen.

2
04/21.txt Normal file
View File

@ -0,0 +1,2 @@
\v 21 Yesuus Kirisroos keessatti saba Waaqayyoo warra qulqullaaootti nagaa itti nuuf himi. Obboloonni warri anaa wajjin jiranis nagaa isiniif dhiyeessu. 22 \v 22 sabni Waaqayyoo warri qulqulloono as jiran hundumtuu nagaa isin gaafatu. Keessumaa maatiin Qeesaar.
23 \v 23 Ayyanani gooftaa Yesuus Kiristoos hafuura keessanii wajjin haa tau.

View File

@ -70,6 +70,8 @@
"04-01",
"04-04",
"04-08",
"04-10"
"04-10",
"04-14",
"04-18"
]
}