burje_duro_gaz_php_text_ulb/01/03.txt

1 line
425 B
Plaintext
Raw Permalink Normal View History

\v 3 Yeroo si yaadadhu hundumaa Waaqayyoon nan galateeffadha, \v 4 Yeroo hundumaa, kadhannaa koo keessatti waaee keessan hundumaa, gammachuudhaan kadhannaa koo gochaa. \v 5 Sababii isin jalqabaa kaafatanii hanga ammaatti wangeela keessatti hidhata koo taataniif. \v 6 ani waaee kanaaf baayeen ija ofitti amanamummaa qaba, inni hojii gaarii isin keessatti jalqabe, hanga guyyaa Yesuus Kiristoos dhufuutti itti fufa.