\v 21 Iyyasuusis deebisee akkana isaanii jedhe 'Ani hojii tokkon hajjannaan hundi keessan diniqfattan. \v 22 Museen seera kiittaanaa isiniif kenne (sun garuu abbootarraayyi malee Museerraa miti.) Isinis guyyaa sanbataa nama kittaantu.