Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/15/23.txt

1 line
381 B
Plaintext

\v 23 Namni inni na jibbu Abbaa koos akkasuma ni jibba. \v 24 Otoon ani hojii namni biraa kamiyyuu hin hojjanne jidduu isaanitti hojjachuu baadhee cubbuu isaanitti hin ta'u ture. Amma garuu otuman waaniin hojjadhe argaa jiranuu anas abbaa koos jibban. \v 25 Kunis garuu akka dubbiin seera isaanii keessatti 'Isaan sababa malee na jibban' jedhamee barreeffame sun raawwatamuuf ta'e.