Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/02/23.txt

1 line
343 B
Plaintext

\v 23 Amma yeroo inni ayyaana Faasiigaaf jedhee Iyyaruusaaleem keessa turetti namoonni baay'een mallattoo inni taasise arganii maqaa isaatti amanan. \v 24 Garu Iyyasuus sababbii hunda isaanii beekuuf isaan hin amanu ture. \v 25 Kanaafuu eenyumtu waa'ee biraa akaa isaaf dhuga ba'an hin barbaadu ture, nama keessa maal akka jiru waan beekuuf.