Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/04/43.txt

1 line
400 B
Plaintext

\v 43 Guyyoota lamaan sana booda Iyyasuus bakka sana gad lakkisuun Galiilaa deeme. \v 44 Iyyasuus ofiin isaa akka raajni tokko biyya isaa keessatti ulfina hin qabu jedhee dubbatee turetti \v 45 yammuu inni Galiilaa dhufee tureetti warri Galiilaa isa simatan. Isaanis yeroo ayyaanaa gara Iyyarusaaleem deemanii waan turaniif, sababbii kanaan waan Iyyasuus ayyanicharratti hojjate hunda arganii jiru.