Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/04/39.txt

1 line
295 B
Plaintext

\v 39 dubartittin 'Inni waaniin ani hojjadhe hunda isa natti hime' jette waan dhugaa ba'uun gabaafteef namootni baay'een magaalaa Samaariyaa keessaa isaatti amanan. \v 40 Kanaafuu namoonni Samaariyaa yammuu gara isaa dhufan akka inni isaan waliin turuuf gaafatan, inni guyyoota lama achi ture.