2 lines
360 B
Plaintext
2 lines
360 B
Plaintext
\v 35 ofumasaaniitiin akkana waliin jedha 'namni kun akka nuti isa arguu hin dandeenyeef eessa dhaqaa? Gara saba warra Giriikota keessa fafaca'anii deemee Giriikota barsiisuu barbaadeemoo?
|
|
\v 36 Dubbiin kun kan inni jedhu maaliidha? 'Isin na barbaadu garu na argu hin dandeessan, bakka ani jirus dhufu hin dandeessan jechuun isaa maal jechuu isaati' jedhan. |