\v 30 Kanaafuu isaaniis akkana isaan jedhan 'akka arginee si amannuuf mallattoo maalii hojjata? \v 31 Akka 'nyaataaf samii irraa biddeena isaaniif kenne' jedhamee barreeffame, abbootiin kenya lafa onaatti Mannaa nyaatan'