Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/20/11.txt

1 line
441 B
Plaintext

\v 11 immoo garuu awwaala bira gara alaa dhaabatee boo'aa turte, otuma boochuus gadi jettee awwalicha keessa ilaalte. \v 12 Ishinis Malaakota Waaqaa lama uffata (huccuu) adii uffatan bakka reefi Iyyasuus kaa'amee ture sana inni tokko karaa mataarraan, inni biroo immo miila jalaan taa'anii argite. \v 13 Isaanis 'yaa dubartii maaliif boocha' jedhaniin. Ishiinis immoo 'Gooftaa koo fudhatanii jiru, eessa akka isa kaa'anis hin beeku' jetteen.