Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/21/12.txt

1 line
250 B
Plaintext

\v 12 Iyyasuusis 'kootaati, cireebnyaadha'isaaniin jedhe. \v 13 Iyyasuusis biddeena sana fudhee isaaniif kenne, qurxummis immoo akkasuma godhe. \v 14 Kunis erga Iyyasuus du'aa ka'e kana waliin yeroo sadaffaadhaafi kan hordoftoota isaatti of muldhise.