Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/21/22.txt

1 line
361 B
Plaintext

\v 22 Iyyasuusis deebisee "hanga ani dhufutti akka inni jiraatuu yoo feedhii koo ta'e maaltuu si dhibe 'Ati na duukaa bu'i'" jedheen. \v 23 Kanaaf yaadni 'hordofaan kun hin du'u' jedhu obboleewwan jidduutti oddefame, Iyyasuus garuu Pheexiroosin, hanga ani dhufutti akka inni jiraatuuf yoo feedhii koo t'e maaltuu si dhibee?' jedhe malee inni hin du'u hin jenne.