7 lines
552 B
Plaintext
7 lines
552 B
Plaintext
\v 17 Yeroo sadaffaadhaaf "yaa Simi'oon Ilma Yoonaa
|
|
na jaalattaa?" jedheen.
|
|
Pheexiroosis sababa Iyyasuus yeroo sdaffadhaaf
|
|
na jaalattaa? jechuun isa gaafateef gaddee
|
|
'Gooftaa ati waan hundaa beekta' jedheen
|
|
Iyyasuusis akkana jedheen "hoolota koo bobbaas"
|
|
\v 18 Ani dhugaan siin jedhaa yeroo ati dagaggeessa turtetti ofuma keetiin mundhii kee hidhattaa, yeroo duloomtu garuu, harka kee dirirfata, namni biroos mindhii kee hidhee gara atii hin barbaadne si geessa.' |