Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/20/30.txt

1 line
285 B
Plaintext

\v 30 Iyyasuus bakka hordoftootni jiranitti mallattoolee biroo baay'ee, mallattota kan kitaaba keessatti hin barreeffamne hojjate. \v 31 kun garuu akka isin Iyyasuus inni Kiristoos, Ilma Waaqayyootti jettanii akka amantaniifi maqaa isaatiin akka jireenya qabaataniif isiniif barraa'ee.