Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/20/24.txt

1 line
352 B
Plaintext

\v 24 Toomaas inni Didiimoos jedhamee waamamu, kudha lamaan keessa tokko kan ta'e, yeroo Iyyasuus dhufeeyyu sana isaan waliin hin jiru ture. \v 25 Hordoofaan inni biroos achiis 'Nuri Gooftaa arginee jira'. Innis isaaniin 'amman madaa harka isaa isa mismaaraan waraaname argee, quba koos madaa mismaaraan waraaname keessa kaa'uutti hin amanu' jedheen