Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/20/21.txt

1 line
343 B
Plaintext

\v 21 Iyyasuus ammas deebisee 'nagaan isiniif haa ta'u, akkuma Abbaan koo na erge sanattii anis isin erga' jedheen. \v 22 waan kana jedheet, hafuura isaanitti baafatee, akkana isaaniin jedhe. Hafuura Qulqullu fudhadhaa. \v 23 Cubbuu eenyumaatuu yoo dhiiftan, isaanii ni dhiifama, cubbuu enyumaatuu yo isiin hin dhiifneef, isaanii hin dhifamun.