Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/20/06.txt

1 line
352 B
Plaintext

\v 6 Simi'oon Pheexiroos garu isa dhuubaan dhufeebawwalicha keessa seenuun uffata (huccuu) quncee talbaa irraa hojjatame sana lafatti arge. \v 7 Akkasumas uffatni (huccuun)bfuula Iyyasuusitti haguugamee ture arge uffatni (huccuu)bsunis kophaadhumatti maramaramee bakka biraa ture malee uffata (huccuu) quncee talbaa irraa hojjatame sana bira hin turre.