Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/20/03.txt

1 line
329 B
Plaintext

\v 3 Kanaafuu Pheexiroosii fi hordofaan inni kaan ba'ani gara awwaalichaabdeeman. \v 4 Isaan lachuu ni figu turan, hordofaan inni kaan garuu Pheexiroos bira fiiguudhaan dursee darbee bakka awwaalaa ga'e. \v 5 Inni gadi jedhee ilaaluun uffata (huccuu) quncee talbaa irraa hojjatame laffatti arge malee awwaalicha keessa hin buune.