Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/20/01.txt

1 line
326 B
Plaintext

\c 20 \v 1 jalqaba torbanii ganama bariidhaan duukkana otoo jiru, Maariyaam ishiin Magdalaa bakka awwaalaa deemtee akka dhagaan awwaalicha irraa fuudhame argite? \v 2 fiigdaa gara Simi'oon Pheexiroosii fi hordofaa isa Iyyasuus jaaltuuyyu sanaa deemtee 'Gooftaan keessaa fudhataniiru eessa akka isa kaa'anis hin beeknu' jetten.