Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/28.txt

1 line
416 B
Plaintext

\v 28 Warra mijaalarra nyaatatti dhiyaatan sana keessaa namni tokkollee waan Iyyasuus maliif akka waan kana isaan jedhu hin beekne. \v 29 Sababa Yihuudaan qabdu qarshii (maallaqaa) ta'eef waan Iyyasuus 'ayyanichaaf waan nu barbaachisu biti' jedheen yookiin akka inni hiyyeeyyiif waa kennuuf' waan isatti hime isaanitti fakkaate. \v 30 Yihuudaan akkuma biddeena sana fudhatee booda gad-ba'e, yeroon sunis halkan ture.