Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/26.txt

1 line
318 B
Plaintext

\v 26 Iyyasuusis deebisee 'innin ani bideena kutee waciitiin cuuphee afaan kaa'u inni isaa dha' jedheen. Haaluma kanaan inni biddeena kutee waciitiin cuuphee ilma Simi'oon Asqorotuu Yihuudaatiif kenne \v 27 Erga biddena fudhatee booda Seexanni isa keessa galee. Iyyasuusis 'waan gochuuf jortu dafii godhi' isaan jedhe.