Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/06.txt

1 line
487 B
Plaintext

\v 6 Innis gara Simi'oon Pheexiroositti dhufe: Pheexiroosiis 'yaa Gooftaa situu miila koo na dhiqaa' jedheen. \v 7 Iyyasuusis deebiseef, akkanas jedheen 'waan ani hojjachaa jiru ati ama hin hubattu, booda garuu ni hubata.' \v 8 akkana jedheen 'hin ta'u ati gonkumaa mila koo hin dhiqxuu.' Iyyasuusis deebise 'yoodhan ani si dhiqe malee ati na biratti qooda hin qabdu' jedheen. \v 9 Pheexiroosis deebisee 'yaa Gooftaa yoos harka koofi mataa koos malee miila koo qofa hin ta'iin' jedheen.