Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/01.txt

1 line
422 B
Plaintext

\c 13 \v 1 amma yeroon sun ayyaana faasigaatiin dura ture Iyyasuus addunyaa kana keessaa gara Abbaa deemuuf akka sa'aatiin isaa ga'e ni beeke; Innis warra kan isaa ta'an kanneen addunyaa keessa turan ni jaalate, hanga dhumaattis isaan jaalate. \v 2 Iyyasuusii fi hordoftootni isaa yeroo irbaatni dhiyaatu Daabiiloos akka inni Iyyasuus dabarse kennuuf yaada Yihuudaa Asqorootuu ilmi simi'oon keessa kaka'uumsa kaa'ee ture.