Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/24.txt

1 line
280 B
Plaintext

\v 24 Isaanis yeroo lammaffaf nama jaamaa ture sana waamanii 'Waaqayyoof ulfina kenni. Nuti namni kun cubbbamaa ta'u isaa ni beeknaa' jedhaniin. \v 25 Namni sunis deebisee 'Ani inni cubbamaa ta'u isaa hin beeku. Waantii beeku tokko ani jaamaan ture, amma garuu nan arga' jedheen.