1 line
339 B
Plaintext
1 line
339 B
Plaintext
\v 3 Iyyasuusis akkana jedhee deebiseef 'Inni yookiin abbaafi haatii isaa cubbuu hi hojjanne, garuakka hojiin Waaayyoo isa keessatti muldhatuufi malee.' \v 4 Otoo guyyaa ta'e jiruu hojii isa na ergee hojjachuu qabna, halkan namni tokkollee itti hojjachuu hin dandeenye ni dhufa. \v 5 Amma ani addunyaa keessa jiruutti ani ifa addunyaati' |