Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/09/01.txt

1 line
245 B
Plaintext

\c 9 \v 1 Iyyasuus otoo karaa darbuu nama dhaloota isaatii jalqabee jaamaa ture tokko arge. \v 2 Hordoftootni isaa 'yaa Rabbii namni kun akka jaawaa ta'ee dhalatuuf eenyutu cubbuu hojjate? Isa moo abbaafi haadha isaatii?' Jedhanii isa gaafatan.