Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/08/37.txt

1 line
237 B
Plaintext

\v 37 Akka sanyii Abrihaam taatan nan beeka garu dubbiin koo waan isin keessa hin jiraanneef na ajjeesuuf murattanii kaatan. \v 38 Ani waantan Abbaa koo biratti argeen dubbadha ;isiniis immoo waan abbaa keessan biratti argitan hojjatu.