Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/05/16.txt

1 line
404 B
Plaintext

\v 16 Sababa waantota kanneen guyyaa sanbataatiin hojjateef yihuudotni Iyyasuus hari'atan turan. \v 17 Iyyasuus akkan isaaniin jedhe "Abbaan koo hanga ammaatti hojjachhaat jira, aniis immoo kunoo hojjachaan jira.' \v 18 Egaa waa'ee sanbata cabseef qofa otoo hin ta'iin, sababbii inni ofii isaa Waaqaan walqixxeeseefi fi Waaqni Abbaa kooti jedheef yihuudoonni itti caalchiisuun isa ajjeesuuf barbaadan.