Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/21/12.txt

1 line
256 B
Plaintext

\v 12 \v 14 12Iyyasuusis 'kootaati, cireebnyaadha'isaaniin jedhe. \v 13 13Iyyasuusis biddeena sana fudhee isaaniif kenne, qurxummis immoo akkasuma godhe. 14Kunis erga Iyyasuus du'aa ka'e kana waliin yeroo sadaffaadhaafi kan hordoftoota isaatti of muldhise.