Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/21/04.txt

1 line
452 B
Plaintext

\v 4 ganama baariidhaan Iyyasuus galaana qarqara dhaabate ture garuu hordooftootni isaa inni Iyyasuus ta'uu isaa hin beekne ture. \v 5 Iyaasuusis 'Ijjollee waan nyaatamu wayii qabduu? isaanin jedhe. Isaanis 'hin qabnu' jedhanii deebisan. \v 6 Innis 'kaachoo keessan bidiruudhaa gara mirgaatti gad -dabaadhaatiin ni argattuu' jedheen. Kanaafuu isaanis kaachii isaanii gad-darbatanii sababa baayiina qurxummiitif kaachoo sana keessatti harkisuu dadhaban.