Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/18/01.txt

1 line
516 B
Plaintext

\c 18 \v 1 Iyyasuus erga kana dubbatee booda, hordoftoota isaa waliin ka'ee gara biraa gama Qeedaaritti bakka ashaakiltii ture tokkootti ce'enii innifi hordoftootni isaa achii keessa seenan. \v 2 Amma Yihuudaan, inni dabarsee isa kennuuf jedhuus immoo bekka Iyyasuus yeroo baay'ee hordoftoota isaa waliin walqunnamuu tana ni beeka ture. \v 3 Kanaafu Yihuudaan garee loltootaa, qondaaltoota lubootaa keessaa murasa fu Faisoota biraa deemee isaan dura bu'uun isaanis xamboora, faanosii fi meeshaa lolaa qabachu dhufan.