Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/11/17.txt

1 line
375 B
Plaintext

\v 17 Yammuu Iyyasuus achi ga'u akka Alaazaar erga awwaalamee guyyoota afur ta'uu arge. \v 18 Bitaaniyaan Iyyarusaaleemirraa gara kiilomeetira sadii fagaata ture. \v 19 Yihuudootni baay'een gara Maartaa fi Maariyaam bira waa'ee obbolleessa jajjabeesuuf dhufan turan. \v 20 Maartaan yammuu dhufaatii Iyyasuus dhageessu isa simachuuf gad baate, Maariyaam garuu manumatti hafte.