Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/08/48.txt

2 lines
239 B
Plaintext

\v 48 Yihuudoonnis deebisanii 'ati nama Samaariyaatti jinniituu si keessa jira jechuun keenya dugaa mitii? isaan jedhan.
\v 49 Iyyasuusis jinniin na keessa hin jiru, ani garuu Abbaa koon ulfeessa, isin moo na salphiftu 'jedhee deebiseef.