Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/01/40.txt

1 line
422 B
Plaintext

\v 40 waan yohaannis dubbate dhaga'uun Iyyasuus hordofan lamaan saanii kessa tokko Indiriyaas obbolessa Simi'oon Pheexiroos ture. \v 41 Innis duraan dursee obboleesa isaa Simi'oon barbaadeen argun 'nut Masiihii (Kiristoos jedhamuun hikama) argine' jedheen. \v 42 Innis isaa gara Iyyasuusitti fide. Iyyasuusis isa ilaaluun 'ati Simi'oon ilma Yohaannis. Ati Kefaa (PheexiroosPheexiroos jedhamuun hikama) jedhamuun waamamta.