Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/06/64.txt

1 line
336 B
Plaintext

\v 64 Haa ta'u malee, isiin keessaa kanneen hin amaniin tokko tokko ni jiru.' Iyyasuus jalqabumarraa kaasee isaan keessaa eenyu akka hin amanneefi eenyu akka dabarsee isa kennu ni beeka ture. \v 65 Innis akkana jedhe 'sababiin ani yoo Abbaa biraa isaaf kenname malee namni tokkollee gara kootti hin danda'u isiniin jedhee ture kanuma.'