Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/15/16.txt

1 line
329 B
Plaintext

\v 16 Isin akka deemtanii firii buuftaniif, firiin keessaniin akka jiraatuuf anatuu isin filate, anatuu isin muude male isin na filanne, kunis akka Abbaan waan isin maqaa kootiin gaafattan hunda isinii kennufi. \v 17 Ani isiniin ajaja, Wal-jaaladha. 18Addunyaan yoo isin jibbe, otoo isin hin jibbiiniin dura akka na jibbe beekaa.