Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/15/14.txt

1 line
292 B
Plaintext

\v 14 Waanin ani isin ajaje kana yoo gootan isin michoota kooti. \v 15 Ani ammaan booda hojjataa (garboota) isiniin hin jedhu kunis hojjataan(garbicha) waan gooftaan isaa hojjatu waan hiin beekneef, ani isinin michoota jedheera. Anis waanin Abbaa koo irraa dhaga'ee hundumaa isin beeksiiseera