1 line
393 B
Plaintext
1 line
393 B
Plaintext
\v 16 Dhugaan, dhugaa isinitti hima tajaajilaan gooftaa isaa hin caaluu, ergamaanis kan isa erge hin caalu. \v 17 Egaa yoo waan kana beektan, yoo raawwatanis isin eebiifamoodha. \v 18 waa'ee hunda keessanii dubbachuuf miti, ani warran isaan filadhe beeka, kun garuu akka kitaaba keessatti 'Inni biddeena koo nyaate inni koomee isaa ol-natti fudhata' jedhamee berreefamee sun akka raawwatamuuf. |