\c 2 \v 1 Guyyaa sadiin booda kutaa Galiilaa magaalaa Qaanaa keessatti cidhatu ture, haati Iyyassusis achi turte. \v 2 Iyyassuusiifi hordoftooni isaa gara cidha sanaatti waamamanni turan.