Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/04/48.txt

1 line
278 B
Plaintext

\v 48 Akkasumas Iyyasuus 'Isin yoo mallattoofi dinqii argitan malee hin amantan'jedheen. \v 49 Qondaaltichiis 'yaa gooftaa otoo mucaan koo hin du'iin dafi koottu 'jedheen. \v 50 Iyyasuusis 'deemi ilmi kee fayyeera' jedheen. Namichis waan Iyyasuus isaan jedhetti amanuun deeme.