\v 17 Eeyyeen dhugaa ba'iinsa nama lamaa akka dhugaa ta'e seera keessan keessatti barreefameera. \v 18 Ani isa ofii kootii dhugaan ba'u Abbaan inni na erges waa'ee koo dhugaa ba'a.