|
\v 14 Ergasii Iyyasuus namicha mana qulqulummaa keessatti argee, kunoo ati amma fayyiteetta, rakkinni kana caalu akka sira hin geenyeef ammaan achi cubbuu hin hojjatiin' jedheen. \v 15 Namichis deemee gara warra Yihuudootaa dhaqun kan isa fayyise Iyyasuus ta'u gabaaseef. |