Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/03/34.txt

1 line
311 B
Plaintext

\v 34 Waaqayyo erge inni dubbii waaqayyoo dubbata. Waaqayyoos Hafuura safaree hin kennu. \v 35 Abbaan Ilma ni jaalata, waan hundumaas harka isaatti kennera. \v 36 Namni inni ilmatti amanun jireenya barabaraa qaba, namni Ilmatti hin amanne garu dallansuu Waaqayyootti isarra t'a malee jireenya Ilmaa hin argu '