Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/03/22.txt

1 line
367 B
Plaintext

\v 22 Kanaan booda Iyyasuusiifi hordoftootni isaa gara biyya Yihuudoota deeman, achittis isaan waliin yeroo muraasa ture, ni cuuphas ture. \v 23 Yohaannisis naannoo saaleem bakka Heenoon jedhamutti bishaan baay'een waan jirtuuf ni cuupha ture. Namoonnis gara isaa dhufuun ni cuuphamu ture. \v 24 Kunis kan ta'e otoo Yohaannis gara mana hidhaatti hin darbamiin ture.