Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/03/16.txt

1 line
456 B
Plaintext

\v 16 Akka namni isatti amanu hundi jireenya barabaraa qabaatuuf malee akka hin bannee, Waaqayyo amma (hanga) ilma isaa tokkichaa kennutti akkasumaan addunyaa jaalateera. \v 17 Waaqayyo ilma isaa gara biyya lafaatti kan ergeef, addunyaattu murteesuuf otoo hin ta'iin itti amananii akka fayyaniifiidha. \v 18 Kan isatti amanu hunduu itti hin murteeffamu; kan isatti hin amaniin garu waan innibmaqaa tokkicha ilma Waaqayyootti hin amanneef itti murtaa'eera.