Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/03/01.txt

1 line
330 B
Plaintext

\c 3 \v 1 Farisoota keessaa ajajaa kan ta'e namni maqaa isaa Niqoodimoos jedhamutu ture. \v 2 Namichi kunis halkaniin gara Iyyaasuus dhufee akkana jedheen 'Yaa Rabbii, ati barsiisaa Waaqayyo biraa akka dhufte ni beekna, Yoo Waaqayyoo isa waliin ta'e malee, namni mallatto ati gootu kana gochuu danda'u gonkumaa hin jiru' jedheen.