Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/21/10.txt

1 line
280 B
Plaintext

\v 10 Iyyasuusis 'qurxummii amma qabdan irraa mee muraasa irraa fidaa' isaaniin jedhe. \v 11 Simi'oon Pheexiroos bidiruu sana irra ba'ee kaachoo keessa qurxummi gurgudaa 153 guutame sana gara lafaattu harkise, kaachoo sunis qurxummii akkasitti baay'atanin guutamulle hin tarsaane.