Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/21/07.txt

1 line
548 B
Plaintext

\v 7 Hordofaan inni Iyyasuus jaalatuuyyu sun 'Inni Gooftaa dha' jedhee Pheexiroositti hime, Simi'oon Pheexiroosis immo 'Inni Gooftaa dha' jechuu isaa dhaga'ee (qullaa isaa waan tureef), uffata (huccuu) isaa marxifatee galaanatti gad- utaale. \v 8 Hordoftootni isaan kaanis gara bidruutti dhufan (isaanis lafa qarara galaana irraa baay'ee fagoo hin turre, fageenyii isaas gara ciqilee dhibba lamaati), isaanis kaachoo qurxummii dhaan guutame sana harkisan, \v 9 yammuu gara lafaatti ba'an ibidda cilee kan qurxummiin biddeena waliin irra jiru argani